Sunday, 15 February 2015

Jirenya Biyya lafaa fi gidraa isaa

Akka biyya lafaa kana irra jiraatnu yeroo dhufnu biyyi lafaa harka ishe dirirsitee kan nusimatteef qananii dhaan akka jiraatnuuf miti dafqine, beloofne, dheboonne darree walumaa galatti akka rakkina fi qormaate ishee qooddannuufiidha.
kanaaf qormaata biyya lafaa kana darbuuf dhugaa hojjechuu dhugaa dubbachhuu fi dhugaatti amani. Dafqii dafqa kee nyaadhu yeroos lubbuun kees fonni kees waaqa biratti eebbifama

No comments: